ForeverMissed
Large image
Tributes
July 24, 2014
July 24, 2014
Gurree koo,

Eeyee yeroo hin yaadaminitti gabaabaatti maatii kee jal'attu, hiriyoota kee sii yaadaniif yaaddu dhiistee daftee nu biraa deemte. Gooftaan guyyaa inni jalqaba galmeessetu kana. Isa waliin wal qabuu hin dandeenyu. Amalli kee gaariin, nama jaal'achuu fi kabajuun kee yoom illee ija keenya duraa yaada keenya keessaa dhabamuu hin danda'u.
Kabajaa guddaan siif qaba. Hundumaa caalaa lafa gaarii bobaa Abbaa kee iddoo boqonnaa fi dhiphinni hin jirre dhaqxe waan ta'eef hin yaaddofnu. Ammaaf adda ba'uun garuu nu dhukkubsa. Si jaal'anna. Yeroo mara si yaadataa jiraanna. Guyyaa Gooftaan dhufu ykn yeroo ofii deemsa keenya xumurree godaannu wal argina.

R.I.P Gurree koo

Leave a Tribute

Light a Candle
Lay a Flower
Leave a Note